Exodus 39:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ukha qoma liilanuma woya aka korrbotini ch'okhani mid'aasani kaaniini mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi Muusee ajaje uffata qomaa akka efuudii ogeessi hojjatuutitti worqii, jirbii bulee bifa sami'ii, jirbii diimaa dhiilgee, jirbii misha'aa fi jirbii uffata gad dirataniin hojjatan irraa hojjatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kiisii qomaa ta akka nami hujii harkaa beeku hujuu hujane; akkuma woyaa hayyumma'aa ta qomaa worqi'iin, liilana bifa cuquliisaatiin, ka bifa dhiille'eetiin, ka bifa diima'aa ka quncee talba'aa dansa'aa ka wolitti fowameen hujane.