Exodus 4:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan jed'eeni, Eentu afaani namaa kenna? Eentu afaanifi gurra nama duucha? Eentu ila nama bane duucha? Ana, AABBO Waaqaaniti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi Muuse'een «Afaan namaa ka uume eennu? duudaa'a, ka gurraan hin dhageenne, ka argu akka hin argine ka godhu anaa mii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, «Afaan namaa ka dade eennu? Ka afaan namaatii fi gurra namaa duudaa godhu eennu? Ka ila namaa akka dhaggitu godhu yookiin ballaa godhu eennu? Ana Mootii Waan Maraatii motii?