Exodus 4:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma beeni deemi, anini si qarqaare si dubbachiise si jechisiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu amma deemi; ani afaan sii ta'aa; waan dubbattullee sitti himaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma, deemi; ani akka ati dubbattuuf si hin qarqaara; waan ati jettulle si hin barsiisa» jedhe.