Exodus 4:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Musani waan jed'e, Hiyo, Aabbo, ananiti, nama d'ibi ergi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Gooftaa kiyya; yabo'oo bikka kiyya nama biraa akka ergitu si kadhadha» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muusee ammoo, «Ee, Gootta'a, maganne'e nama dhibii ergi» jedhe.