Exodus 4:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini isati haasai, waan jechuu malani isati himi. Anini isani lachu araba isani qajeelche waan isani tolchuu maltani isani garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati isatti himta; waan inni dubbachuu barbaachisu afaan keettaan; ani afaan keetii fi afaan isaa keessallee hin ta'a; waan gootanillee isin barsiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati isatti hin dubbatta; waan inni dubbatulle itti akeetta. Akka dubbattanu isin lamaanuu ani hin qarqaara; waan tolchitanulle isin hin barsiisa.