Exodus 4:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani gara sodda isaa Yethro deebie waan jed'eeni, Aabba, amma gadi na lakisi, gara fiit'a tiyya ta Misiri jirtu taani deebie aka isiini jirtu taani laalu fed'a. Yethrooni, Ya eebise, nagayaani deemi jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen gara Yootoorii soddaa ufii deebi'ee «Obboleewwan tiyya ta biyya Misirii jirtu mee haga adhaa ka lubbu'uun jirtuu kaan deemee laalaa na hoffolchi» jedheen; Yootoorillee hoffolcheenii «Nagayaan deemi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen gara soddaa ifii gara Yetroo deebi'ee, «Gara fira kiyyaa ka Gibxii keessa jiranuu deebi'ee dhaqee, akka isaan haga ammaa lubbu'uun jiranu ilaala!» jedheen. Yetrolle Muuse'een «Nageyaan dhaqi!» jedhe.