Exodus 4:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Musani lafa Midiani jiru, AABBO Waaqi waan jed'eeni, Beeni, amma lafa Misiriti deebii, worri qara si ijeesu fed'u ch'ufti ya hobae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Miidiyaamiin keessatti namoonni lubbuu tee barbaadan maruu du'aniiranii deebi'ii gara biyya Misirii dhaqi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen Miidiyaan keessa adoo jiruu, Mootiin Waan Maraa, «Worri ijjeesiisaaf si barbaade martinuu amma waan du'aneeranuuf, gara Gibxi'ii deebi'ii deemi» jedheen.