Exodus 4:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani niitifi ilmaani isaa fuud'e harre yaabachiise, ka ule Waaqi kenneefi taani harkaa qabu lafa Misiriti deebie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Muuseen haadha manaa ufiitii fi ijoollee ufii harree isaan yaabbisee gara biyya Misirii ulee Rabbii ta maalaleen irraan mudhatu fudhatee deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Muuseen niitii ifiitii fi ilmaan ifii mara harree irra teessisee, gara Gibxi'ii deebi'uu jalqabe; inni ulee Waaqaa sanille harkatti qabateeraayyu.