Exodus 4:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Yo atini lafa Misiritiini baate, waan atini taatu, waan mama, ka anini jabeenna aka tolchituuni sii kenne, Farao durati tolchi. Ammo anini garaa isaa jabeesa, aka inni ee jed'e worra gadi illakimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een «Hennaa gara biyya Misirii deebitu, maalalee ani harka keetitti hojjadhe maraa Fari'ooniin afo'otti godhuu hin irraanfatin; ani waan garaa isaa jabeessuuf innillee banii gad hin dhiisuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Yennaa gara biyya Gibxi'ii deebite, bilbaasota ani akka ati hujjuuf hunna si'iif kenne mara fuula mooticha Gibxi'ii duratti akka mudhittu hin dedhin; ani ammoo akka inni akka ideentuuf kolbaa gad hin lakkinne, mataa isaa hin jabeessa.