Exodus 4:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan anini siini jed'u, Ilma kiyya gad'iisi, aka inni na hojatu; ammo yo atini didde, anini ilma kanke ka angafa ijeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka na waaqeffatu ilma kiyya gad naa dhiisi siin jedhee atillee waan gad dhiisuu diddeef ani ilma kee ka hangafaa si jalaa ajjeesa› jedha Rabbi jetta» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka inni deemee dhaqee na waaqonfatuuf gad lakkisi si'iin jennaan, ati ammoo akka inni deemu gad lakkisuu didde. Maarre amma ani ilma keeti angaficha hin ijjeesa jedheera› jedhiin» jedhe.