Exodus 4:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ziporaani d'akha qara qabu fuute much'a isii qolofa iraa kute miila Musatiini tut'e waan jette, D'uguma, atini naa d'iirsa d'iigaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati manaa isaa Siiphaaraan fiiddee cabbii fuutee mucaa ufii gadoomsitee coraa saniin luka isaa tuxxee «Ati idaayyicha kiyya ka dhiigaati» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Niitiin isaa Siiforaan ammoo dhakaa qara qabu fuutee, ilma ifii haqanqabaa qaddee, shoggoraa saniin miila Muuse'ee tuxxee, «Dhiiga dhangala'e kanaan, dhugumaan ati karaa fuudhaatiin fira kiyya» jetteen.