Exodus 4:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO waaqi Musa lubbu baase. Woni isiini, Atini naa d'iirsa d'iigaa jetteefi, maro qabanqaba suni qabdeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee hin araarameef; hennaa san «Waan gadooma saniitiif, ati idaayyicha kiyya ka dhiigaati» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Mootiin Waan Maraa Muusee lakkise; isiin sababa haqanqaba'aatiif, «Dhiiga dhangala'e kanaan, ati karaa fuudhaatiin fira kiyya» jetteen.