Exodus 4:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Harunini jed'e, Beeni, lafa alooti d'aqi, Musa argi. Inni kae deeme, Musa fulla gaara qulqullooti arge d'ungate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Aarooniin «Ka'iitii gammoojjii keessatti Muuse'etti dhaqi» jedheen; innillee deemee gaara Rabbii irratti Muuse'etti dhaqee dhungateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraalle Aaroniin, «Muusee qophatiisaaf gara goomole'ee dhaqi» jedhe. Maarre inni gaara Waaqaa irratti isa qophatee sunqate.