Exodus 4:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti dubbi suni ind'ugeefatte, ammalle aka AABBO Waaqi worra Israeliti d'ufe gaargala worraa arge d'ageennaani, mataani lafati gajejed'ani isa guddisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniinillee hin amane; akka Rabbi ijoollee Israa'elii tooyatee rakkinna isaaniillee arge haga dhagayan gad jedhanii Rabbii sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille dhugeeffatane; Mootiin Waan Maraa akka Israa'elooti garbummaa keessa jiranu dhaggee, isaaniif akka yaadate, yennaa dhage'ane, jilbiiffatanee sagadane.