Exodus 4:5 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle AABBO Waaqi waan jed'eeni, Yo atini waan kana tolchite, Israeliini ind'ugeefatti, aka AABBO Waaqi, Waaqi ababoota isaani, Waaqa Abrahamu, ka Isaaqofi ka Yakoboleeni siti mullate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Kanaan ani Mootiin Waan Maraa, Waaqi abbootii isaanii, Waaqi Abrahaamii, Waaqi Yisihaqii, Waaqi Yaaqoobii akka si'itti mudhadhe hin dhugeeffatan» jedheen.