Exodus 4:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ammalle waan jed'eeni, Harka kanke woya keesaa qoma ira keeyad'i. Musani akuma suni tolche, yo inni gadi fuud'e, harki ya ch'itae adaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi «Harka kee bobaa jala kaayadhu» jedheen; innillee harka ufii bobaa kaayatee yoo harka ufii boba'aa baafatu, adii akka barada'aa ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Harka keeti bobaa teeti keessa keyadhu!» jedhe. Innille harka ifii bobaa ifii keessa keyate; yennaa inni harka bobaa keessaa fuudhu, harki isaa akka dhakaa bokkeyaa akka dhukkuba goga'aa farrisiisa'aa addaate.