Exodus 4:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi, Harka kanke qomati deefad'i jed'eeni. Musani akasi tolche jennaani, yo inni gadi fud'ate, harki kaani fayye akuma nafa isaa kaaniti deebie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Harka kee boba'atti deebifadhu» jedheen; innillee harka ufii boba'atti deebifatee henna baafatu, deebi'ee nafa isaa fakkaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, «Harka keeti bobaa teeti keessatti deebis!» jedheen. Muuseelle harka ifii bobaa ifii keessatti deebifate; yennaa inni achi keessaa baafatu, harki fayyee akka nafa isaa kaan fakkaate.