Exodus 4:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Yo worri si d'ugefachu dide yokhaani akheekha qara kanale ind'ugeefatiini, hegeri ka eege kana ind'ugeefata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ammallee malkata duraa yoo amanuu baatan malkata lammeesso'oo hin amanan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, «Isaan yoo si dhugeeffatuu dhabane yookiin bilbaasa qaraalle yoo fudhatuu dhabane, bilbaasa lammeesso'oo kana hin dhugeeffatan.