Exodus 40:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan aka mesa ka sorio irati baasanifi miha isaa muudi eebisi, aka inni qulqullo tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee ciinca'aatii fi meeshaa ciinca'aa maraa hin dibda; hulee ciinca'aa maraa hin woyyoomsita; innillee waa maraa irra woyyittii woyyootaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba addee ciinca'aa ta kennansa gubamuu fi meya isi'ii mara muudi; addee ciinca'aa san woyyoonsi; isiille woyyuu hin teeti.