Exodus 40:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba akuma abba muudde worrale muudi, aka worri qaallu tahe naa hojatu. Muuditiini tunini worraafi d'aloota worrale ch'ufa qaalole tolchiti, haga jiru jireenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadumma'aan akka na tajaajilan akkuma abbaa dibde isaanillee dibda; dibamuun isaaniillee ijoollee isaaniitiif gadummaa baraa haga bara baraa ta'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan hayyoota te'anee akka na tajaajilanu, akkuma abbaa isaanii muudde isaanille muudi; muudam isaanii kun dhaloota dhufu mara keessatti hayyummaa bara baraa te'ee hin jiraata» jedhe.