Exodus 40:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri guyya qara, ka jia qara, ganna lameeso ka worri lafa Misiri keesaa bahe keesa, Waaro Woyyuma ta AABBO Waaqaa old'aabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen bulti'ii woggaa lammeesso'oo ji'a duraa guyyaa jalqabaatitti dhaabame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Dunkaaniin Woyyittiin woggaa lammeesso'oo keessaa ji'a tokkeesso'oo guyyaa qaraa dhaabbatte.