Exodus 40:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni d'akha hahafalicha kaani lamaani fuud'e, sanduqa Wold'aqisa keesa kaye. Kalcho qube Sanduqa keesa kaye. Kalcho qube Sanduqa keesa naqe Sunduqa suni qadaade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen akkuma Rabbi isa ajaje gabatee waada'aa fuudhee saanduuqa waada'aa keessa kaayee loosaawwan ittiin baatanillee isa bira kaayee qadaada waadaa dhiifamsaa saanduuqa waada'aatiin qadaadee, saanduuqa waada'aa san gara hulee saanduundhi waada'aa taa'u seensise;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dhakaa baxxicha lamaan ajaji irratti barreeffameeru san fuudhee Saanduqa Gondooro'oo keessa keye; danqaroota qubeelee Saanduqa Gondooro'oo keessa galchee, qadaaddaa addee gumaan araara cubbu'uu irra keyamu irra keye.