Exodus 40:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Sanduqa Waaro keesa kaye, golla Waaro gargari qoodu kaani fafannisa, akuma AABBO Waaqi isaani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
saanduuqa gara hulee bulti'ii seensise; golga isa dhossu itti godhee saanduuqa raga'aa golge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba akkuma Mootiin Waan Maraa isa ajajetti Saanduqa Gondooro'oo Dunkaanii Woyyittii keessa galchee, gollaa ittiin gollu fannisee, Saanduqa Gondooro'oo ta dhakaan baxxichi lama ka ajaji kudhan irratti barreeffameeru keessa jiru san golle.