Exodus 40:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni mesa gama mirga gollaani ala Waaro keesa kaye,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi Muusee ajaje gabataa daasee wol gayi'ii keessatti hulee bulti'iitiin duuba mana bulti'ii keessa cinaa mirgaatiin kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen xarapheessaa san Dunkaanii Woyyittii san gara kaabaatiin, golla'aan ala, Dunkaanii Woldeenna'aa san keessa keye.