Exodus 40:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan ifseeni ira ejitu Waaro keesa gama bitaa, mesaani gama, kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi Muusee ajajetti baattuu ibsa'aa daasee wol gayi'ii keessa afoo gabataa hulee bulti'ii cinaa bita'aatiin kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan issaa irra keyanu Dunkaanii Woldeenna'aa keessa fuullee xarapheessa'aa Dunkaanii Woyyittii gara kibbaatiin keyee,