Exodus 40:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan mesa fakaata, ka worqiini mid'aasani, Waaro keesa golla dura d'aabe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi Muusee ajajetti hulee ciinca'aa ka worqii irraa hojjatame daasee wol gayi'ii keessa gara afo'ootiin kaayee;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen addee ciinca'aa ta worqii irraa hujante san Dunkaanii Woldeenna'aa keessa gollaa fuula dura keyee,