Exodus 40:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akuma AABBO Waaqi jed'eeni, hit'aana urgaale aarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hixaana urgaa misha'aa itti aarse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkuma Mootiin Waan Maraa isa ajajetti hixaana foolee dansa'aa irratti aarse.