Exodus 40:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
artiti, golla suni dura, waan aka mesa jira, ka sorio irati baasani kaani kaye, irati sorio gubanifu ta mid'aani baase, akuma AABBO Waaqi jed'eeni kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee ciincaa gubamuu irratti hulee bulti'ii daasee wol gayi'ii afoo kaaye; ciincaa gubamuu fi ciincaa midhaanii ciinceesse;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni addee ciinca'aa ta kennansa gubamuu seensuma Dunkaanii Woyyitti'ii, Dunkaanii Woldeenna'aa san biratti qopheessee, akkuma Mootiin Waan Maraa isa ajajetti kennansa gubamuu fi kennansa midhaanii achi irratti dhikeesse.