Exodus 40:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hojja Waaro Woyyuma olseenani, yokhaani waan mesa fakaata bira d'ufani, akuma AABBO Waaqi isaani jed'eeni kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara daasee wol gayi'ii seenanii hulee ciinca'aatitti dhiyaatan hin dhiqatan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Mootiin Waan Maraa Muusee ajajetti, isaan yennaa Dunkaanii Woldeenna'aa seenanu yookiin yennaa addee ciinca'aatitti dhikaatanu mara hin dhiqatan.