Exodus 40:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani Waarofi waan mesa fakaata kaani naaboni marse jaare, balbala naabo suni golla iti fannise. Akanaani huji isaa hobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee bulti'iitii fi naannoo hulee ciinca'aa hulee itti gad bayan godhe; hulee itti gad bayan sanillee golga itti golge; akka kanaan Muuseen hujii ufii maraa fixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen badhinna dalleya keessaa ka Dunkaanii Woyyitti'iitii fi addee ciinca'aatitti naannessee dalleya ijaaree, seensuma badhinna dalleya keessaa ka Dunkaanii Woyyitti'ii keessaatitti gollaa hidhe; maarre akka kanaan Muuseen hujii fixe.