Exodus 40:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mesaani kooti, miha ch'ufa ira naqi, ammalle waan ifse ira d'aabanileeni kooti, ifse ira d'aabi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gabataallee isa keessa seensiftee meeshaa isa irra taa'u qopheessita; baattu ibsa'aallee ol seensiftee ibsoo ibsita;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xarapheessaa Dunkaanii Woyyittii keessa galchiitii meya isaa irra naqi; achiin duuba waan issaa irra keyanulle Dunkaanii Woyyittii keessa galchiitii issaa isi'ii irra naqi.