Exodus 40:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan mesa fakaata ka worqi, ka hit'aani irati aarsani, Sanduqa Wold'aqisa dura kayi, ammalle golla balbala Waaroti fannisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee ciinca'aa ka hixaanaa ka worqii irraa hojjatame saanduuqa waada'aa afoo keetta; hulee itti gad bayan afoo golga itti golgita;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee ciinca'aa ta hixaanni irratti aarfamu ta worqii irraa hujante san Saanduqa Gondooro'oo ka dhakaan baxxichi ajaji irratti barreeffameeru keessa jiru san dura keyiitii, seensuma Dunkaanii Woyyitti'iille'etti gollaa keyi.