Exodus 40:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaro dura waan mesa fakaata ka sorio irati baasani kayi, aka sorio irati gubani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hulee ciinca'aa ka waan ciincawuuf ta'ullee balbala daasee wol gayi'ii afoo keetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Addee ciinca'aa ta kennansa gubamuu seensuma Dunkaanii Woyyitti'ii, Dunkaanii Woldeenna'aa san dura keyi;