Exodus 40:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Waarofi miha isiile eebisi, d'ad'a qulqullooni muudi, aka isiini qulqullo taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Achiin maayessa sayitii dibduunillee fuudhii hulee bulti'iitii fi waan achi keessa jiru maraa dibi; isaa fi waan achi keessa jiru maraa hin woyyoomsita; isaanillee hin woyyooman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Zayitii muudaa fuudhiitii Dunkaanii Woyyitti'ii fi waan isii keessa jiru mara muudi; isi'ii fi waan isii keessa jiru mara woyyoonsi; isiille woyyuu hin teeti.