Exodus 5:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni Musafi Harunini gara Farao d'aqani waan jed'aniini, AABBO, Waaqi Israeli, waan jed'u, Worra kiyya galakisi, aka worri lafa aloo d'aqe jila naa tolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Muuse'ee fi Aaroon dhaqanii Far'ooniin «Rabbi Waandhi Israa'elii lafa gammoojji'ii keessatti akka ayyaana naa kabajjan banii kiyya gad dhiisi siin jedha» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuse'ee fi Aaron gara mootii Gibxi'ii dhaqanee, «Mootiin Waan Maraa, Waaqi Israa'elii, ‹Kolbaa tiyya goomolee keessatti jila akka naaf jilisanu gad isaan lakkisi› jedheera» jedhaneen.