Exodus 5:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hujiti mataa kaani dubbi jabeese waan jed'e, Huji teesani ta guyya ch'ufa hobaasa, akuma gaafa ch'idiini jirtu kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri isaan hojjachiisanillee akkuma hennaa duraa buraa isinii fidaniititti hujii keessan ka guyya guyya'aa fixaa'a jedha'aa isaan jarjarsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hunnaan isaan hojjachiisanu ammoo, «Akkuma qara yennaa hicaaceen isiniif kennamu hojjattanu, hujii guyyuma guyya'aan akka hujjanu murteeffame san hobbaasa'a» jedhaa dhiibbaa itti jabeessane.