Exodus 5:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Faraoni huji mataa tolche worra nama hojachiisu kaani dabse d'aane waan jed'e, Isani maafi huji teesani ta matofaara aka duri kaani inhojanne?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Fari'oonii hojjachiisan maaf akkuma asiin duraa kaleessaa fi adha faara laakkayame hin findhe? Jedha'aa worra Israa'eeliin irratti muudaman tuman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hunnaan isaan hojjachiisanu, toowattoota hojjatoota Israa'eliitiin, «Laakkossa loobaa faara ijaarsaa ka kale'eetii fi ka adhaa akkuma qara akka hujanuuf murteeffame maaf hujuu dhaddane?» jedhaa dikaa gaafatane.