Exodus 5:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli ka biyya hojachiisu kaani aka hayyuuni, Henni matofaara isani guyyaati mid'aasitani haga kaani ira gadinhiqu jed'e d'ageennaani aka bade ufi arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni ijoollee Israa'elii hennaa guyya guyya'aan laakkobsa xuubi'ii uduu hin hanqifne fiddan jedhaniin akka dubbiin isaanitti hammaate beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Toowattooti hojjatoota Israa'elii, laakkossi loobaa faara ijaarsaa akka isaan guyyuma guyya'aan hujanuuf murteeffame akka hin dhidhanne yennaa itti himame rakkoon guddoon akka isaa dhaqqadde beekane.