Exodus 5:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musafi Harunini, ka worra fulla Faraoti gadi dachau eegani wolargani jennaani waan worri jed'eeni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Fari'ooniin biraa bayan, ka Muuse'ee fi Aarooniin uduu diida dhaabatanii isaan eega'aaran arganii;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan mooticha biraa yennaa bayane, worra isaan eegaa ture Muuse'ee fi Aaron dhaggane.