Exodus 5:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ha waan isani taatani laale arguti, wonti akanatiifi Faraofi hojattu isaale nu jibisiiftani, sheefti worri nuuni hobaasu harka keesa keetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin Fari'oonii fi garboota isaanii afo'otti akka hafuura keenna jibban gootanii akka nu ajjeesan guraadee harka isaanii keettaniirtanii kana Rabbi isinitti haa argu; isinitti haa murteessu» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Muuse'ee fi Aaroniin, «Mootichi fi qondaaltoti isaa akka nu xireeffatanu gootanee, shallaagaa ittiin nu ijjeesanu harka isaanii keessa waan keettaneef, Mootiin Waan Maraa ilaalee, isinitti muruu ti!» jedhane.