Exodus 5:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haguma anini gara Farao d'aqe maqa keetiini iti dubbad'e, inni yayu haga qarale ira worra kanke dabse, atileeni waan toko, ka worraani qarqaartu, intolchine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
haga akka ani maqaa keetiin waan ati naan jette mootii bira seenee himee asi, inni banii kana irra rakkinna guddaa geesseera; atillee banii kana harka isaa jalaa hin baafne» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga ani maqaa keetiin dubbatiisaaf mooticha bira dhaqeen jalqabee, inni kolbaa tana rakkisiisatti jira; ati ammoo kolbaa teeti qarqaariisaaf waan tokkolle hin goone!» jedhe.