Exodus 5:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri waan jed'e, Waaqi gosa Ebrania ya nuti mullate. Haga guyya sadi nu gad'iisi, lafa aloo yaane, sorio AABBO Waaqa keenna baamna, aka inni d'ukubafi woraanaani nu imballeesine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuse'ee fi Aaroonillee, «Waandhi Ibrootaa nutti dhufee dhibe'ee fi woraana akka gad nutti hin dhiifne karaa guyyaa sadihii deemnee akka ciincaa isaa dhiyeessinu si kadhanna» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuse'ee fi Aaronille deebisanee, «Waaqi Ibrootaa nu'utti mudhateera; karaa guyyaa sadii goomolee keessa ideennee, Mootii Waan Maraa Waaqa keennaaf ciincaa akka dhikeessinu nu'uuf eeyyami. Nuuti yoo kana hin tolchin inni balaa yookiin woraana nu'utti hin fida» jedhaneen.