Exodus 5:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hayyuuni waan Musafi Harunini jed'e, Isani maafi worra kana huji hojachu d'owitani? Huji teesaniti deebia!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin biyya Misiriillee, «Atii fi Aaroonillee maaf banii hujii hiissiftan? gara hujii keessanii deemaa'a» isaaniin jedhe
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Gibxi'ii ammoo, «Muuse'ee fi Aaroniin! Isin maaf kolbaa hujii dhooggitan? Gara hujii teessanii deebi'a'a!