Exodus 5:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo henna matofaara worri mid'aasu haga duri tokoleeni inhanqisiina. Wonti akanatiifi worri kunini lalaafa hama, woma inhojatu, tanaafi, Nu gad'iisa, Waaqa keenna sorio baamna naani jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii duraan hojjatan ka faaraa san irraa hin dhidhisinaa'a; waan hujii hifatanii deemnee Waaqa keennaa ciincaa dhiyeessina jedha'aa iyya'aaraniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laakkossa loobaa faara ijaarsaalle haga qara hujjanu hin dhidhisina'a; haguma qara itti murteeffame san akka fidanu godha'a. Isaan booseya; tanaaf, ‹Dhandhee ciincaa Waaqa keennaaf dhikeessina› jedhaa natti iyyan.