Exodus 5:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra kana huji iti dara, aka worri aka dansaa hojate dubbi kiyyiba tana inch'aqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii ulfaataa haa hojjatanii; waan duwwaa akka hin yaanne» jedhee isaan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan oduu dharaa akka hin caqanne, huji'iin akka qabamanuuf, hujii ulfaattuu akka isaan hujanu tolcha'a» jedhe.