Exodus 6:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beeni, gara Farao d'aqi, waan jettuuni, Worra kiyya ka Israeli lafa tante keesaa gad'iisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mootii biyya Misirii bira seeniitii akka inni ijoollee Israa'elii biyya Misiriitii akka isaan dhiisu itti himi»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gara mooticha Gibxi'ii dhaqiitii, Israa'elooti lafa isaa keessaa akka bayanu akka inni isaan gad lakkisu itti himi» jedhe.