Exodus 6:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Musani waan jed'eeni, Ufuuftu gochiti Israelitu na ind'ageetu, Faraoni eesaa fuud'e nama aka kiyya ka afaani laafa kana d'agaya re?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee Rabbiin, «Ka ijoolleen Israa'elii na hin dhageenne; attamitti mootichi Fari'oon na dhagaya? ani waan nama afaan cabaqu ta'eef» jedhee dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen ammoo deebisee, «Kunoo, Israa'elootinuu na hin dhageenne; mootichi fa'a ana nama akka dansaa dubbatiisa hin beenne attam dhage'uu dande'a ree?» jedhe.