Exodus 6:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi Musafi Harunini dubbate waan jed'eeni, Anini yayu isani fohad'e, aka isani yaatani gosa Israeli lafa Misiri keesaa baaftani, ammo qara waan kana gosa Israelitiifi Faraoti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'ee fi Aarooniin, «Akka isin binii Israa'elii masakkitanii biyya Misiriitii baaftan akka ani isin jaje; binii Israa'eliitii fi mootii biyya Misirii Fari'oonitti himaa'a» jedhee ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Muuse'ee fi Aaronitti dubbatee, Israa'eloota biyya Gibxi'ii keessaa baasiisaaf, dhaqanee Israa'eloota fi mooticha Gibxi'iititti akka himanu isaan ajaje.