Exodus 6:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lawiini ilmaani d'iira sadi d'ale: Gershoni, Kohathi, Merari; balbala worra kana maqa worratiini yaamani. Lawiini gaafa due ganni isaa d'ibbafi sodomi torba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan ijoollee leewwi'ii akka gosa isaaniitiin Geedisoon, Qa'aatii fi Meeraariin fa'a; umuriin Leewwi'ii woggaa dhibba tokkoo fi soddomii torba ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwiin ilmaan sad: Gershoon, Qehaatii fi Meraari qaba. Isaan abbootii sanyii Lewwootaa ti. Lewwiin woggaa dhibbaa fi soddomii torba le'e.