Exodus 6:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Merariini ilmaani d'iira lama d'ale: Malifi Mushi. Tunini balbala gosa Lawi, ilmaani isaa gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Meeraarii Moohoolii fi Musii fa'a; kunniin akka hortee isaaniitiin gosa Leewwi'iiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meraar ilmaa lama: Maahilii fi Mushi qaba. Isaan abbootii sanyii fira Lewwi'ii ti.